qiixxaa ykn daabboo kukkutamee dhadhaa waliin hojjetamu?
what is caccabsaa
tulluun kilimaanjaroo (Mount Kilimanjaro ) biyya Aafrikaa kam keessatti argama?
what is Tanzania
lafti dhooqaa ykn gadi fagoon maal jedhama?
what is "sulula"
uffata aadaa oromoo naannoo kamiiti

what is Arsii/Baale
yooseef (joseph) biyya kamitti ykn eessatti gurgurame
what is Egypt (missir)
itittuu , baaduu fii dhadhaan maal irraa argamu
what is aannani
lafti dhooqaa (valley) ykn gadi fagoon maal jedhamee waamama?
what is sulula
Erga bokkaan roobee caamee
Namni loolaan dhume
Jecha Dachaa: Loolaan dhume
Soorgoo: Namni Waraanaan dhume
Sookoo: Namni lolaa roobaatiin miidhame
seerri ittiin bulmaata Oromoo kan dur durii maali?
what is Gadaa (gada system)
dubartiin saamson irraa rifeensa isaa ayyaanni waaqayyoo irra ture haadde eenyu jedhamti?
what is Daliilaa (Delilah)
nyaata aadaa keessaa baayyinaan cireetti kan nyaatamu
what is Marqaa, caccabsaa, qincee....
holqa (cave) dheeraa naannoo oromiyaa, baalee bahaa keessatti argamuu fii doow'aattoota baayyee hawatu
what is Sof Omar Cave
Daadhiis ta’e farsoo hundarraa of eegaa
Qulqulluu bishaanii isa wayya dhugaa.
jecha dachaa:isa wayyaa dhugaa
sorgoo: bishaan dhuguutu filatama
sookoo: haqa ( dhugaa) wayyaa
namni kun eenyu?
what is weellisaa Haacaaluu hundeessaa
nama raajii (prophet) ture, waaqyyo dhagahuu didee harreen itti dubbatte eenyu?
what is Bala'aam (Balaam)
nyaanni baay'ee mi'aawu maali?
what is waan yeroo beela'an nyaatani
laga (river) adduunyaa irratti dheerinaan beekamu maqaa isaa fii iddoo ka'umsa isaa himi
what is Naayil (Nile river) maddi isaa itoophiyaa keessaa kan ka'u "Blue Nile" jechuun beekama
Muka gaaddisa guddaa qabu,beektonni ykn maanguddoon jalatti walgahanii seera tuman (seera baasan), jaarsummaa taa'an, ykn marii godhan maali dha?
what is "Odaa"
weellisaan Oromo beekamaan "Jirra/ jirtuu?" jedhee sirbe eenyu?
what is Haaacaaluu Hundeessaa
namni kun mootii du'arraa oolche, kanaaf farda mootii yaaphatee uffata mootii uffatee magaalaatti naanneffamuun "nama mootiin kabajuu barbaaduuf kanatu godhama." jedhameef.
what is mardookiyoos (mordecai)
micciirraan ykn cuukoon maal irraa hojjetama
what is Garbuu
Aardiin Aafrikaan biyyota meeqa qabdi? isaan keessaa muraasa maqaa dhayi
what is biyyoota 54
itoophiyaa, Keeniyaa, Ugaandaa....
yeroo ammaa kana mootummaan naannoo Oromiyaa bulchu eenyu (Oromia president)?
what is Shimallis Abdiisaa
ayyaana galataa beekamaa kan Oromoon lafa jiidhaatti wal gahanii rabbiin galateeffatan
what is "Irreechaa"
"Iyasuus kiristoos kaleessa har'as borus hinjijjiiramu." kutaa kitaaba qulqulluu kamitti argama?
what is Ibroota (Hebrew 13:8)