26. YIHUDAA FI SAMAARIYAAN EESSA TURAN? 1:8
ISIRAA'EL (3)
Yihudaa- Kibba (YERUSAALEM)Yoh.3
Samaariyaa- Kaaba Yihudaa Hoe.8
Galiilaa- Kaaba Samaariyaa (Galaana Galiilaa)
(KAKUU MOOFAA Macaafota Seenaa fi Moototaa ilaali) 1MOT. 16 2MOT 17 HOE 7
ROOMAAN ISAIRAA'EL QABATANII..
Bulchiinsa Roomaa kan naannoo YIHUDAA uuman/ijaaran. YIHUDAA (Yihudaa, Samariyaa, Idumiyaa) Harka sadii 3x Yihudaa isa duraa guddata.
Yesus f Bartoonni YERUSALEM malee fagoo hin geenye. Yoh 3:22 ilaali
27. BARTOONNI warri ol fudhatamuu isaa argan sun iddoowwan inni itti himee ture sana deemanii wangeela DHUGAA BAHANIIRUU?
???
28. GARA WAAQAATTI yoo jedhu WAAQI EESSAA? 1:10, 11
1/UMA 1:7-8
2/UMA 1:16-18
3/ 2 QOR. 12:2 KES 26:15 IDDOO JIREENYA WAAQAYYOO, SAMII 3FFAA
29. YESUS KRISTOS SAMIIWWAN SADAN KEESSAA gara isa kamii dhaqee?
SAMII 3FFAA 2 Qor. 12:2 Yoh 14:2
30. NAMOONNI LAMA Hoe 1:10 irraa sun eenyu turanii?
EGAMOOTA WAAQAYYOO (HAFUURA)
ADII, WAYYAA ADII, BALAQQEESSA/CALAQQISAA (Griik)
31. YESUS bara booddeetti AKKAMITTI DEEBI'EE GARA LAFAA DHUFAA? 1:11
Jalqabatti hoo akkamitti dhufee turee?
1 Tas 4:16
SAGALEE GUDDAAN MUL'INATTI
Mat 25: 31
ERGAMOOTA ISAA MACCAAN MARFAMEE
32. ADEEMSA GUYYAA SAMBATAA 1:12 irratti jechuun maal jechuudhaa?
GUYYAA SAMBATAA AKKA KABAJAN waan abboomamaniif YIHUDOONNI hin hojjetan. ADEEMSI FAGOO IYYUU HOJIITTI LAKKAA'AMA
Kanaaf, lafa dhiyoo akka KM 1 qofatu eeyyamamaaf jechuudha.
33. GAARA EJERSAA eessaa?
Hoe 2:12 KALLATTIIN BAHA YERUSAALEM, dachaa Qedron gama
Tilmaamaan KM 1 Yerusalem irraa fagaata
34. BARTOOTA YESUS Keessaa kana gara kutaa ol aanuu keessa turan meeqaa?
11 (Yihudaan KERIYOT du'eera)
35. DUBARTOONNI TOKKO kan bartootaa wajjin turan eenyu fa'ii? 1:14
Fagoo dhaabatanii awwaala isaa ilaalan
MARIYAAM MAGDAALAA
MAARIYAAM HAADHA YAAQOOB
SALOOMEE (Galilatti)
KAN BIRAAS HEDDUU .. (Marq. 15:40-41)
36. OBBOLOONNI ISAA eenyu fa'aa?
YOH 2:12MAT 13:55-56
YOH 7:5 obboloonni isaayyuu itti hin amanne ture hamma du'aa ka'uutti
37. DUUKA BUUTOTA, AMANTOOTA, BARTOOTA walii galaa meeqa turan?
1:15 120 oli.