Bible verses
knowledge
questions
answers
(Blank)
100

Kitaaba Qulqulluu keessatti nama waggaa dheeraa  (969) jiraate Eenyu


Matusala

100

Laga Yesuus keessatti cuuphame Laga kami ?

Yordaanos

100

Naaamni Jalqabatti biyaa lafaa irraa Du'eeenyu jedhama

Abeel

100

Raajii guddaa gara bineensa galaanaa keessatti guyyoota sadii ture Eenyu ?

Yoonaas

100

Barattoota Yesuus keessaa inni Yesuusin yeroo sadii ganee Eenyu ?

Pheexiros

200

wangeelaa keeessaa Rehooboot Jechuun Maal Jechuudha?

Babaalane/ Bal'ina

200

Inni duraan mootiin Baabiloon ture kan bineensa fakkaatee jiraate Eenyu

Naabukadnezaar

200

Abbaa Yohaannis Cuuphaa.
 Eenyu?

Zekariyaas

200

Phaawuloos gosoota (tribe) kam irraa dha?

Benjamin

200

Kakuu Haaraa Kitaabolli meqqaa dha?

27

300
  1. Dubartii Israa’el keessatti abbaa murtii fi raajii turte Eenyu ?

Diboora

300
  1. Inni Kitaaba Mul’ataa barreesse.
     Eenyu ?

yohanis

300

Inni abjuu Fara’oon hiikee biyya Gibxi bulche.
 Eenyu? 


Yooseef

300

Bakkii itti abbominii Kudhan kennaman essaa?

Gaara Sina

300

Addunyaa balaa bishaan guutuu irraa baraaruuf Waaqayyo nama kana doonii ijaaruuf waame.
Eeny?

Nooh

400
  1. Kitaabni Kakuu Moofaa keessatti maqaa Waaqa hin caqasne Kitaabni kami 

Aster

400

Raajonni lama kunneen Kitaaba Qulqulluu keessatti     ni butaaman malee hin duun

Henoki fi Elias

400
  1. Kitaaba raajotaa keessaa inni jalqabaa Kitaabni kami?

Issaayyaas

400

Raajittii; obboleettii Aaroonii fi Musee  eenyu jedhamitii?

Mariam

400

Ergamaa Yesuus kan yeroo jalqabaatti maqaan isaa Saa’ul ture Eenyu?

Phaawuloos

500

Ilmi Daawit kan teessoo abbaa isaa mootummaa irraa fonqolchuuf yaale eenyu?

Absalon

500

Firiiwwan(ijjaa) Hafuura Qulqulluu meeqa dha?

Galatians 5:22–23 


9

500

Mootii Israa’el inni jalqabaa eenyu tuureet?

saull