Abban Gadaa Gafaa Gadummaa Isaa fixee manattii Galuu Eenyuu Jedhamee Waamama?
Gadaamoojjii
Mukni Kiristoos (Christmas tree) jalqaba aadaa biyya kamiirraa dhufe?
Germany
Biyya Kaanaadaa Muummicha Ministeeraa (Prime Minister) 3 maqaa Dhahii
5 + 3 × 2 = ?
11
Maatewos 1:20–21 keessatti ergamaan Gooftaa Yooseefiin akka Maariyaamin hin dhiifne kan amansiise ragaan inni kenne maal?
Maariyaamin Hafuura Qulqulluun ulfaa ta’uu ishee fi mucaan dhalatu Yesuus jedhamuun waamamuun isaa ummata isaa cubbuu irraa fayyisuuf akka dhufe gochuusaati.
Magaalaa Finfinnee keessatti Arat Kilo maqaa uummataa duraanii ________ jedhama.
Arada
Jalqabaf Santa clous company kamtuu beksisee
dhaabbata Coca-Cola
Karri Finfinnee meeqa?
1.Karraa Qalluu
2.Karraa Haloo
3.Karraa Gafarsaa
4.Karraa Sulultaa
5.Karraa Sabbataa
I'm 8 + 4 × (6 − 2) ÷ 2=? Akkasa Ibsi
PEMDAS
Yesuus cuuphamuuf eessa deeme, eenyutu cuuphe?
Maatewos 3:13–17;Laga Yordaanos
yohannis Cuuphaa
Maqaawwan Finfinnee duraanii 3 himii.
Biyya kami keessatti Ayyaanni Kiristoos guyyaa boqonnaa mootummaa hin taane?
Jappaan
kormaa dhabuus mormaa hin dhabu kan jedhee enyuu?
Diggaa saaqoo
Continent kamtu biyyoota baay’ee qaba?
Africa
Gabri’eel Maariyaamitti “Ati ulfaa taatee mucaa ni deessi” jedhee kan himmte eessa kessatti ?
Luqaas 1:26–31
Oromummaan aadaa, seenaa, fi __________ walitti qabee ibsa.
Eenyummaa
Kaayyoon guddaan dhaloota Yesus akka Macaafa Qulqulluutti maali?
Ummata cubbuu irraa fayyisuuf.
Biyya Kaanaadaa keessatti territory meeqa jira?
3 isaanis:
Adeemsi biqilaan nyaata ittiin qopheeffatu maal jedhama?
Photosynthesis
Yesuus “Immaanuel” jedhamuun kan waamamu raajiin eessa ibsame, garuu Maatewos eessaitti hiike?
Isaayaas 7:14; Maatewos 1:23
Oromummaan eenyummaa uummata tokkoo kan __________, __________, fi __________ irratti hundaa’e dha.
Afaan, aadaa, seenaa
Kennaan warqee, qumbii, fi Ixaana eessa barreeffame?
Maatewos 2:11
Biyya Canada keessatti proviinsii meeqa jira?
10 Qaba isaanis
Sirna Aduu (Solar System) keessatti planetii meeqatu jiraa?
Sirna Aduu (Solar System) keessatti planetii 8 jiru. Isaanis:
Hidda Dhaloota Yesuus himi.
Maatewos 1:1–16)